Baʼuu 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+ 1 Saamuʼel 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+
16 Guyyaa sadaffaattis ganama kakawwee fi bakakkaan ni taʼe; gaaricha irrattis duumessi cimaan jira ture;+ sagaleen xurumbaa guddaanis ni dhagaʼame; namoonni buufaticha keessa jiran hundis hollachuu jalqaban.+
10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+