1 Saamuʼel 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+ 1 Saamuʼel 7:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Saamuʼel aarsaa gubamu sana utuma dhiheessaa jiruu, Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf itti dhihaatan. Yihowaan guyyaa sanatti kakawwee sagalee guddaa qabu Filisxeemota irratti fidee+ akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Israaʼelota duratti ni moʼaman.+
10 Yihowaan warra isaa wajjin wal lolan ni caccabsa;*+Inni samii keessaa kakawwee isaanitti ni gadhiisa.+ Yihowaan guutummaa lafaa irratti murtii ni kenna,+Inni isa mootii godhate sanaaf humna ni kenna,+Gaanfa* isa inni dibe sanaas ol ni qaba.”+
10 Saamuʼel aarsaa gubamu sana utuma dhiheessaa jiruu, Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf itti dhihaatan. Yihowaan guyyaa sanatti kakawwee sagalee guddaa qabu Filisxeemota irratti fidee+ akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Israaʼelota duratti ni moʼaman.+