-
Iyyoob 11:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Silaa iccitiiwwan ogummaa siif ni ibsa ture,
Sababiin isaas, ogummaan akaakuu hedduu qaba.
Yeroo sanatti Waaqayyo balleessaa kee keessaa muraasa akka siif irraanfate ni hubatta turte.
-