Iyyoob 14:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Guyyoonni isaa murteeffamaniiru yoo taʼe,Lakkoofsi jiʼoota isaa si bira jiru;Inni sana irra akka hin darbineef ati daangaa isaaf keesseetta.+ 6 Akkuma nama mindeeffamee hojjetuutti hamma inni guyyoota isaa xumurutti,Akka inni boqotuuf ija kee isa irraa buqqisi.+ Faarfannaa 39:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Yaa Yihowaa, jireenyi koo hammam gabaabaa akka taʼe* akkan hubadhuuf,+Dhumni koo maal akka taʼe,Akkasumas, safara guyyoota kootii akkan beeku na gargaari.
5 Guyyoonni isaa murteeffamaniiru yoo taʼe,Lakkoofsi jiʼoota isaa si bira jiru;Inni sana irra akka hin darbineef ati daangaa isaaf keesseetta.+ 6 Akkuma nama mindeeffamee hojjetuutti hamma inni guyyoota isaa xumurutti,Akka inni boqotuuf ija kee isa irraa buqqisi.+
4 “Yaa Yihowaa, jireenyi koo hammam gabaabaa akka taʼe* akkan hubadhuuf,+Dhumni koo maal akka taʼe,Akkasumas, safara guyyoota kootii akkan beeku na gargaari.