-
Iyyoob 7:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Balleessaa koo kan irra naaf hin darbine,
Dogoggora koos kan anaaf hin dhiisne maaliifi?
Ani dhiheenyatti biyyoo keessa nan ciisa,+
Ati na barbaadda, ani garuu hin jiru.”
-