-
1 Saamuʼel 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haannaan baayʼee waan gadditeef, Yihowaa kadhachuu+ fi hirqinfattee booʼuu jalqabde.
-
-
Fakkeenya 14:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Garaan gadda ofii* isaa ni beeka,
Gammachuu isaa irrattis namni kan biraan hirmaachuu hin dandaʼu.
-