LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Museen Yihowaadhaan akkana jedhe: “Ati tajaajilaa kee kan miitu maaliifi? Si duratti fudhatama kanan dhabee fi baʼaa saba kana hundumaa ana irratti kan feete maaliifi?+

  • Lakkoofsa 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ati akkana kan na gootu erga taʼee, maaloo ammuma na ajjeesi.+ Si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, kana booda rakkina akkan argu hin godhin.”

  • 1 Mootota 19:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti inni ni sodaate; kanaafuu, lubbuu isaa oolfachuuf kaʼee baqate.+ Achiis gara Ber Sheebaa+ ishii Yihudaatti argamtuu+ ni dhufe; tajaajilaa isaas achitti dhiise. 4 Achiis lafa onaa keessa deemsa guyyaa tokkoo erga deemee booda, dhufee muka dhandhansaa tokko jala taaʼee akka duʼu kadhate. “Amma na gaʼa! Yaa Yihowaa, ani abbootii koo irra waanan hin caalleef, lubbuu koo fudhadhu”+ jedhe.

  • Iyyoob 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ani jireenya koo baayʼeen jibbe;+ jiraachuu koo itti fufuu hin barbaadu.

      Guyyoonni koo akkuma hafuura afaanii baʼuu waan taʼaniif, na dhiisi.+

  • Yoonaas 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Amma yaa Yihowaa, maaloo, na ajjeesi; jiraachuu mannaa duʼuu naa wayya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi