LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 27:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Sana booda Ribqaan irra deddeebitee Yisihaaqiin, “Dubartoota Heet kanaan kan kaʼe jireenyi na jibbisiiseera.+ Yaaqoob dubartoota Heet warra dubartoota biyya kanaa taʼan keessaa haadha manaa kan fuudhu yoo taʼe jireenyi maal naaf godha ree?” jetti turte.+

  • 1 Mootota 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis lafa onaa keessa deemsa guyyaa tokkoo erga deemee booda, dhufee muka dhandhansaa tokko jala taaʼee akka duʼu kadhate. “Amma na gaʼa! Yaa Yihowaa, ani abbootii koo irra waanan hin caalleef, lubbuu koo fudhadhu”+ jedhe.

  • Iyyoob 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Ani jireenya koo baayʼeen jibba.*+

      Gadda koo nan dhangalaasa.

      Dhiphina koo isa hadhaaʼaa irraa kan kaʼes* nan dubbadha!

  • Yoonaas 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Amma yaa Yihowaa, maaloo, na ajjeesi; jiraachuu mannaa duʼuu naa wayya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi