Faarfannaa 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani garuu, jaalala kee isa amanamaatti nan amanama;+Garaan koos gochawwan fayyinaa keetti ni gammada.+ Faarfannaa 147:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan warra isa sodaatanitti,Warra jaalala isaa isa amanamaa eeggatanitti ni gammada.+
5 Ani garuu, jaalala kee isa amanamaatti nan amanama;+Garaan koos gochawwan fayyinaa keetti ni gammada.+