LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 52:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ani garuu mana Waaqayyoo keessatti akka muka ejersaa* lalisaa nan taʼa;

      Baraa hamma bara baraatti jaalala amanamaa isa kan Waaqayyootti nan amanama.+

  • Faarfannaa 147:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan warra isa sodaatanitti,

      Warra jaalala isaa isa amanamaa eeggatanitti ni gammada.+

  • 1 Pheexiros 5:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, yeroon isaa yommuu gaʼu akka ol isin qabuuf, harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa;+ 7 inni isiniif waan yaaduuf,+ yaaddoo* keessan hundumaa isa irratti gataa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi