Faarfannaa 89:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+ 1 Pheexiros 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.
14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+
23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.