Keessa Deebii 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+ Faarfannaa 71:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+ Mulʼata 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+
4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+
19 Yaa Waaqayyo, qajeelummaan kee ol gubbaa gaʼa;+Ati wantoota guguddaa raawwatteetta;Yaa Waaqayyo, kan akka keetii eenyu?+
3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+