-
2 Saamuʼel 16:5-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Daawit yommuu Baahuriim gaʼu, maatii Saaʼol keessaa kan taʼe Shimeʼiin+ ilmi Geeraa gad baʼee Daawitiin abaaraa gara isaatti dhihaate.+ 6 Inni Daawititti, tajaajiltoota Daawit hundumaatti, akkasumas loltoota isaa fi namoota jajjaboo karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa jiran hundumaatti dhagaa darbata ture. 7 Shimeʼiin akkana jedhee isa abaara ture: “Baʼi asii, baʼi, ati yaa nama dhiigaa nana! Ati yaa nama gatii hin qabne nana!
-