2 Saamuʼel 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Akka kanaan, jaarsoliin Israaʼel hundi gara mooticha isa Kebroonitti argamuu dhufan; Daawit Mootichis Kebroonitti Yihowaa duratti isaanii wajjin kakuu gale.+ Achiis isaan Daawitiin Israaʼel irratti mootii godhanii diban.+ Lallaba 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ani akkanan jedha: “Waaqayyo duratti kakaa waan kakatteef,+ ajaja mootii eegi.+
3 Akka kanaan, jaarsoliin Israaʼel hundi gara mooticha isa Kebroonitti argamuu dhufan; Daawit Mootichis Kebroonitti Yihowaa duratti isaanii wajjin kakuu gale.+ Achiis isaan Daawitiin Israaʼel irratti mootii godhanii diban.+