Faarfannaa 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Warra soba dubbatan ni balleessita.+ Yihowaan namoota hammina raawwatanii fi warra kaan gowwoomsan* ni balfa.+ Fakkeenya 10:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaa sodaachuun umurii dheeressa,+Umuriin hamootaa garuu ni gabaabbata.+
6 Warra soba dubbatan ni balleessita.+ Yihowaan namoota hammina raawwatanii fi warra kaan gowwoomsan* ni balfa.+