Faarfannaa 91:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+ Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+ Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna. 16 Umurii dheeraa isa nan quubsa,+Gochawwan fayyinaa koos* akka argu nan godha.”+
15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+ Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+ Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna. 16 Umurii dheeraa isa nan quubsa,+Gochawwan fayyinaa koos* akka argu nan godha.”+