Faarfannaa 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+ Faarfannaa 54:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni dhiphina koo hundumaa irraa na oolcha,+Anis miira injifannootiin diinota koo nan ilaala.+
46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+