LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Akka Waaqni keenya Yihowaan yeroo isa waammannu hundumaatti nutti dhihoo taʼetti, sabni guddaan waaqolii isatti dhihoo taʼan qabu isa kami?+

  • Faarfannaa 145:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan warra isa waammatan hundumaatti,

      Warra dhugaadhaan* isa waammatan+ hundumaatti dhihoo dha.+

      ר [Reesh]

      19 Inni fedhii warra isa sodaatanii ni quubsa;+

      Iyya gargaarsa argachuuf dhageessisan ni dhagaʼa, isaan ni oolchas.+

  • Naahom 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan gaarii dha,+ guyyaa dhiphinaattis dahoo dha.+

      Inni warra isatti kooluu galan ni beeka.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi