Faarfannaa 136:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 136 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+ Maatewos 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuusis, “Waaʼee wanta gaarii maaliif na gaafatta? Gaarii kan taʼe tokko qofa dha.+ Ati garuu jireenya argachuu yoo barbaadde yeroo hundumaa ajajawwan Waaqayyoo eegi”+ isaan jedhe.
136 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+
17 Yesuusis, “Waaʼee wanta gaarii maaliif na gaafatta? Gaarii kan taʼe tokko qofa dha.+ Ati garuu jireenya argachuu yoo barbaadde yeroo hundumaa ajajawwan Waaqayyoo eegi”+ isaan jedhe.