-
2 Seenaa Baraa 7:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Namoonni Israaʼel hundi, yommuu ibiddichi gad buʼuu fi ulfinni Yihowaa manicha irratti mulʼatu ilaalaa turan; isaanis adda isaaniitiin lafa dhagaan irra afame irratti gombifamanii sagaduudhaan, “Inni gaarii dha; jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata” jedhanii Yihowaa galateeffatan.
-
-
Faarfannaa 106:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
106 Yaahiin jajadhaa!*
-