LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 16:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Inni gaarii waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;+

      Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

  • Izraa 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis, “Inni gaarii dha; jaalalli isaa inni amanamaan inni Israaʼeliif qabu bara baraaf jabaatee dhaabbata”+ jedhanii wal harkaa fuudhanii+ Yihowaa jajachuu fi galateeffachuu jalqaban. Buʼuurri mana Yihowaa waan kaaʼameefis, sana booda guutummaan sabichaa sagalee guddaadhaan Yihowaa ni jajate.

  • Faarfannaa 103:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yihowaan garuu jaalala isaa isa amanamaa

      Warra isa sodaatanitti+ bara baraaf* ni argisiisa,

      Qajeelummaan isaas ijoollee ijoollee isaaniitiif,+

  • Faarfannaa 107:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 107 Inni gaarii+ waan taʼeef, Yihowaadhaaf galata galchaa;

      Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi