Faarfannaa 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+ Faarfannaa 91:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ani Yihowaadhaan, “Ati iddoon kooluu itti galuu fi dahoo koo,+Waaqa koo isan itti amanamu dha”+ nan jedha. Fakkeenya 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+ Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+ Isaayyaas 25:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, ati isa rakkataadhaaf dahoo taateetta;Isa hiyyeessaafis yeroo dhiphina isaatti dahoo,+Yeroo yandootti iddoo kooluu itti galan,Yeroo hoʼaattis gaaddisa taateetta.+ Dheekkamsi cunqursitootaa akkuma yandoo dallaatti rukutamuu yeroo taʼetti ati dahoo taateetta.
46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+
2 Ani Yihowaadhaan, “Ati iddoon kooluu itti galuu fi dahoo koo,+Waaqa koo isan itti amanamu dha”+ nan jedha.
4 Sababiin isaas, ati isa rakkataadhaaf dahoo taateetta;Isa hiyyeessaafis yeroo dhiphina isaatti dahoo,+Yeroo yandootti iddoo kooluu itti galan,Yeroo hoʼaattis gaaddisa taateetta.+ Dheekkamsi cunqursitootaa akkuma yandoo dallaatti rukutamuu yeroo taʼetti ati dahoo taateetta.