Faarfannaa 46:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+ Naahom 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan gaarii dha,+ guyyaa dhiphinaattis dahoo dha.+ Inni warra isatti kooluu galan ni beeka.*+ Sefaaniyaa 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namoonni gad of qabanii fi garraamii taʼan si gidduutti akka hafan nan heyyama,+Isaanis maqaa Yihowaatti kooluu ni galu.
46 Waaqayyo iddoo kooluu itti galluu fi jabina keenya,+Yeroo dhiphinaattis salphaatti isa biraa gargaarsa arganna.+
12 Namoonni gad of qabanii fi garraamii taʼan si gidduutti akka hafan nan heyyama,+Isaanis maqaa Yihowaatti kooluu ni galu.