Faarfannaa 91:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 91 Namni iddoo iccitii Isa Hundaa Olii keessa jiraatu+Gaaddisa Isa Hundumaa Dandaʼuu jala ni bula.+ Faarfannaa 121:5-7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan si eega. Yihowaan karaa harka mirgaa keetiin+ gaaddisa siif taʼa.+ 6 Guyyaa aduun,Halkan immoo addeessi si hin rukutu.+ 7 Yihowaan miidhaa hundumaa irraa si eega.+ Inni lubbuu kee ni eega.+ Isaayyaas 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+
5 Yihowaan si eega. Yihowaan karaa harka mirgaa keetiin+ gaaddisa siif taʼa.+ 6 Guyyaa aduun,Halkan immoo addeessi si hin rukutu.+ 7 Yihowaan miidhaa hundumaa irraa si eega.+ Inni lubbuu kee ni eega.+
10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+