Faarfannaa 91:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Atis naasuu halkanii,+Xiyya guyyaa balaliʼu,+ 6 Golfaa dukkana keessa deemu,Badiisa guyyaa saafaatti balleessus hin sodaattu. Isaayyaas 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+ Mulʼata 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Isaan kana booda hin beelaʼan, hin dheebotanis; aduun isaan hin rukutu, hoʼi cimaanis isaan hin gubu;+
5 Atis naasuu halkanii,+Xiyya guyyaa balaliʼu,+ 6 Golfaa dukkana keessa deemu,Badiisa guyyaa saafaatti balleessus hin sodaattu.
10 Isaan hin beelaʼan, hin dheebotan,+Hoʼi waxalu yookiin aduun isaan hin miidhu.+ Inni garaa isaaniif laafu isaan ni qajeelcha,+Burqaawwan bishaanii qarqaras isaan ni geggeessa.+
16 Isaan kana booda hin beelaʼan, hin dheebotanis; aduun isaan hin rukutu, hoʼi cimaanis isaan hin gubu;+