-
Faarfannaa 121:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kunoo, inni Israaʼeliin eegu
Matumaa hin mugu, hin rafus.+
-
-
Faarfannaa 121:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Guyyaa aduun,
Halkan immoo addeessi si hin rukutu.+
-
-
Isaayyaas 60:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kunoo, dukkanni lafa ni uwwisa,
Dukkanni cimaanis saboota ni haguuga;
Si irratti garuu Yihowaan ni ibsa,
Ulfinni isaas si irratti ni mulʼata.
-