LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 64:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Mala haxxummaa namoonni hamoon dhoksaatti qopheessan jalaa,+

      Namoota hedduu balleessaa raawwatan jalaas na golgi.

       3 Isaan akkuma goraadeetti arraba isaanii qaratu;

      Dubbii isaanii isa hamaas akka xiyyaatti akeekkatu,

  • Isaayyaas 54:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+

      Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota.

      Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,

      Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi