-
Faarfannaa 2:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Inni samii keessa teessoo isaa irra taaʼu ni kolfa,
Yihowaan isaanitti qoosa.
-
-
Isaayyaas 41:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Warra siin morkatan ni barbaadda, garuu isaan hin argattu;
Namoonni si irratti waraana banan, akka waan hin jirree fi akka waan guutummaatti faayidaa hin qabnee ni taʼu.+
-