Isaayyaas 54:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota. Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+
17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota. Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+