LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 91:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 91 Namni iddoo iccitii Isa Hundaa Olii keessa jiraatu+

      Gaaddisa Isa Hundumaa Dandaʼuu jala ni bula.+

  • Isaayyaas 25:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Sababiin isaas, ati isa rakkataadhaaf dahoo taateetta;

      Isa hiyyeessaafis yeroo dhiphina isaatti dahoo,+

      Yeroo yandootti iddoo kooluu itti galan,

      Yeroo hoʼaattis gaaddisa taateetta.+

      Dheekkamsi cunqursitootaa akkuma yandoo dallaatti rukutamuu yeroo taʼetti ati dahoo taateetta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi