Faarfannaa 97:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+ Faarfannaa 145:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan warra isa jaallatan hundumaa ni eega,+Hamoota hundumaa garuu ni balleessa.+
10 Isin warri Yihowaa jaallattan, wanta hamaa jibbaa.+ Inni lubbuu warra isaaf amanamoo taʼanii ni eega;+Harka* hamootaa jalaas isaan ni oolcha.+