Faarfannaa 18:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+ Faarfannaa 91:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+ Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+
2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+
14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+ Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+