LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ati garuu yaa Yihowaa, gaachana natti marsee jiru,+

      Ulfina koo+ fi isa mataa koo ol qabu dha.+

  • Faarfannaa 37:39, 40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+

      Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+

      40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+

      Isatti kooluu waan galaniif,+

      Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas.

  • Faarfannaa 40:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ani garuu nama gargaarsa hin qabnee fi hiyyeessa dha;

      Yihowaan xiyyeeffannaa naaf haa kennu.

      Ati isa na gargaaruu fi isa na baraaru dha;+

      Yaa Waaqa koo, hin turin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi