Faarfannaa 54:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kunoo, Waaqayyo gargaaraa koo ti;+Yihowaan warra na* deggeranii wajjin jira. Isaayyaas 50:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan na gargaara.+ Akkan salphadhe kan natti hin dhagaʼamne kanaafi. Fuula koo akka dhagaa jabaa kanan godhe kanaafi,+Akkan hin qaanofnes beeka. Ibroota 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, ija jabina guddaadhaan, “Yihowaan* gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?”+ jenna.
7 Haa taʼu malee, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan na gargaara.+ Akkan salphadhe kan natti hin dhagaʼamne kanaafi. Fuula koo akka dhagaa jabaa kanan godhe kanaafi,+Akkan hin qaanofnes beeka.
6 Kanaafuu, ija jabina guddaadhaan, “Yihowaan* gargaaraa koo ti; ani hin sodaadhu. Namni maal na gochuu dandaʼa?”+ jenna.