8 Kunoo, ani fuulli kee akkuma fuula isaanii jabaa akka taʼu, addi kees akkuma adda isaanii jabaa akka taʼu godheera.+ 9 Adda kee akkuma almaazii godheera; dhagaa jabaa caalaas cimaa godheera.+ Isaan finciltoota waan taʼaniif, isaan hin sodaatin yookiin fuulli isaanii si hin naasisin.”+