-
Daaniʼel 3:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yaa mootii, ibiddichatti yoo darbatamne illee Waaqni keenya inni nuti tajaajillu ibidda bobaʼaa jiru sana irraas taʼe harka kee jalaa nu oolchuu ni dandaʼa.+
-
-
Daaniʼel 6:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Mootichis baayʼee gammade; Daaniʼeliin boollicha keessaa akka baasanis ni ajaje. Daaniʼelis boollicha keessaa ni baafame; inni Waaqa isaa amanatee waan tureef, miidhaan tokko illee isa irra hin geenye.+
-