LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+

      Isatti kooluu waan galaniif,+

      Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas.

  • Fakkeenya 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+

      Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+

  • Daaniʼel 3:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Nebukadnezaaris balbala iddoo ibiddaa sanatti dhihaatee, “Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo, isin tajaajiltoonni Waaqa Isa Hundaa Olii,+ baʼaatii as kottaa!” jedhe; Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoonis ibiddicha gidduudhaa ni baʼan. 27 Bulchitoonni koonyaa, hoggantoonni, bulchitoonni, akkasumas abbootiin taayitaa mootichaa warri ol aanoon achitti walitti qabamanii turan+ ibiddichi qaama namoota kanaa irratti miidhaa tokko illee akka hin geessisne* argan;+ rifeensi mataa isaanii tokko illee hin gubanne, bifti uffata isaanii hin jijjiiramne, fooliin ibiddaa illee isaan irra hin turre.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi