- 
	                        
            
            2 Saamuʼel 22:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Akkana jedhe:
“Yihowaan kattaa koo, dahoo koo+ fi isa na oolchu dha.+
3 Waaqni koo qarsaa+ koo isan koolu itti galu dha;
Inni gaachana+ koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+
Inni iddoo ani itti baqadhuu+ fi fayyisaa koo ti;+ jeequmsa irraa kan na oolchus si’i.
4 Yihowaa isa jajamuun isaaf malu nan waammadha,
Diinota koo jalaas nan oola.
 
 -