2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+
Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;
Inni gaachana koo, gaanfa fayyinaa koo fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu dha.+
3 Yihowaa isa jajamuun isaaf malu nan waammadha,
Diinota koo jalaas nan oola.+