LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 9:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaa isa Xiyoon keessa jiraatuuf faarfannaa galataa faarfadhaa;

      Gochawwan isaas namoota gidduutti beeksisaa.+

  • Faarfannaa 145:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaan ulfina mootummaa keetii ni labsu,+

      Waaʼee jabina keetiis ni dubbatu,+

      ל [Laamed]

      12 Kanas kan godhan, gochawwan kee warra jajjaboo,+

      Simboo mootummaa keetii+ isa ulfina qabeessa taʼes namootatti beeksisuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi