Keessa Deebii 3:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+ 1 Seenaa Baraa 29:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta. Mulʼata 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+
24 ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati guddina kee fi irree kee isa jabaa ana tajaajilaa keetti argisiisuu jalqabdeetta;+ samii irrattis taʼe lafa irratti waaqni akka kee wantoota guguddaa akkanaa raawwatu eenyu?+
11 Wanti samii keessas taʼe lafa irra jiru hundi kan kee waan taʼeef,+ yaa Yihowaa, guddinni,+ jabinni,+ miidhaginni, simboonii fi ulfinni+ kan kee ti. Yaa Yihowaa, mootummaan kan kee ti.+ Ati hundumaa irratti mataa of gooteetta.
3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+