Roomaa 15:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 akkasumas saboonni gara laafina isaatiif Waaqayyoon akka galateeffataniifi.+ Kunis akkuma, “Saboota gidduutti ifatti kanan si beeksisuu kanaafi, maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha”+ jedhamee barreeffametti dha.
9 akkasumas saboonni gara laafina isaatiif Waaqayyoon akka galateeffataniifi.+ Kunis akkuma, “Saboota gidduutti ifatti kanan si beeksisuu kanaafi, maqaa keetiifis faarfannaa galataa nan faarfadha”+ jedhamee barreeffametti dha.