-
Ermiyaas 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Kanaafuu, ani isaan nan barsiisa,
Yeroo kanatti humna koo fi jabina koo akka beekan nan godha,
Isaanis maqaan koo Yihowaa akka taʼe dhugumaan ni beeku.”
-