-
Faarfannaa 109:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Sababiin isaas, hamoonnii fi warri nama gowwoomsan ana irratti afaan isaanii banu.
Isaan arraba sobuun waaʼee koo dubbatu;+
-
Faarfannaa 109:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ijoolleen* isaa kadhattoota asii fi achi jooran,
Mana isaanii isa diigame keessaa baʼanii nyaata kan barbaaddatan haa taʼan.
-
-
-