LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Abishaalom ganamaan kaʼee karra magaalattii bira daandii qarqara dhaabbata ture.+ Namni falmii qabu kam iyyuu murtii argachuuf yommuu gara mootichaa dhufu,+ Abishaalom isa waamee, “Ati magaalaa isa kamii dhufte?” jedhee isa gaafata ture; namichis, “Tajaajilaan kee gosoota Israaʼel keessaa isa tokko irraa dhufe” jedhee isaaf deebisa ture. 3 Abishaalomis, “Ilaa, himanni kee sirrii fi dhugaa dha; garuu mooticha biraa namni dhimma kee siif dhagaʼu tokko illee hin jiru” isaan jedha ture.

  • Faarfannaa 31:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Warri sobduun,

      Warri of tuulummaa fi tuffiidhaan isa qajeelaa irratti dubbatan arrabni isaanii haa xaxamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi