-
Faarfannaa 12:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yihowaan hidhii sobaan jaju hundumaa,
Arraba of jajuu baayʼisus ni kuta;+
-
Faarfannaa 63:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Mootichi garuu Waaqayyotti ni gammada.
Namni Waaqayyoon kakatu hundi ni gammada,*
Afaan warra soba dubbatanii garuu cal jechisiifama.
-
-
-