LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Diinni akkana jedhe: ‘Ani isaan duukaa nan buʼa! Isaan nan dhaqqabas!

      Hamman quufutti* boojuu nan hiradha!

      Goraadee koo nan luqqifadha! Harki koos isaan ni injifata!’+

      10 Ati hafuura kee yommuu baafattu, galaanichi isaan uwwise;+

      Isaan akkuma sibiila ulfaataatti bishaan guddaa keessatti liqimfaman.

  • 1 Saamuʼel 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Of tuulummaadhaan hin dubbatinaa;

      Dubbiin of jajuus afaan keessan keessaa hin baʼin,

      Sababiin isaas Yihowaan Waaqa waan hundumaa beeku dha;+

      Wanta namoonni hojjetan sirriitti kan madaalu isa dha.

  • Hisqiʼel 28:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, geggeessaa Xiirosiin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Garaan kee waan of tuuleef,+ irra deddeebitee, ‘Ani waaqa dha.

      Galaanicha walakkaa teessoo waaqaa irra nan taaʼa’+ jetteetta.

      Garaa keetti waaqa akka taate yoo sitti dhagaʼame iyyuu,

      Ati nama dha malee waaqa miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi