Baʼuu 14:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yeroo kanatti Museen harka isaa galaanicha irratti ni diriirse;+ Yihowaanis bubbeen bahaa cimaa taʼe halkan guutuu akka bubbisu gochuudhaan galaanicha duubatti deebise; lafti galaanichaas gogaa ni taʼe;+ galaanichis gargar hirame.+ Baʼuu 14:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Bishaanichi walitti deebiʼe sunis gaariiwwan fardaa waraanaa, abbootii fardeenii fi guutummaa raayyaa waraanaa Faraʼoon warra isaan duukaa gara galaanichaatti seenanii turan ni uwwise.+ Isaan keessaa namni tokko illee hin oolle.+
21 Yeroo kanatti Museen harka isaa galaanicha irratti ni diriirse;+ Yihowaanis bubbeen bahaa cimaa taʼe halkan guutuu akka bubbisu gochuudhaan galaanicha duubatti deebise; lafti galaanichaas gogaa ni taʼe;+ galaanichis gargar hirame.+
28 Bishaanichi walitti deebiʼe sunis gaariiwwan fardaa waraanaa, abbootii fardeenii fi guutummaa raayyaa waraanaa Faraʼoon warra isaan duukaa gara galaanichaatti seenanii turan ni uwwise.+ Isaan keessaa namni tokko illee hin oolle.+