LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 1:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Yihowaan garuu, ‘“Ani isinii wajjin waan hin taaneef, ol baatanii hin lolinaa.+ Yoo akkana gootan diinonni keessan isin moʼu” jedhii isaanitti himi’ naan jedhe.

  • Keessa Deebii 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+

  • Iyyaasuu 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandaʼan. Isaan wanta guutummaatti balleeffamuu qabu waan taʼaniif, duubatti garagalanii diinota isaanii jalaa ni baqatu. Ammas isin wanta guutummaatti balleeffamuu qabu+ of gidduudhaa yoo balleessitan malee ani deebiʼee isinii wajjin hin taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi