2 Saamuʼel 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Saba keenyaa fi magaalota Waaqa keenyaatiif jennee jabaachuu fi onnachuu qabna;+ Yihowaanis wanta isa duratti gaarii taʼe ni godha.”+ Faarfannaa 44:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Humna keetiin diinota keenya ariinee deebisna;+Maqaa keetiinis warra nu irratti kaʼan irra ni ejjenna.+
12 Saba keenyaa fi magaalota Waaqa keenyaatiif jennee jabaachuu fi onnachuu qabna;+ Yihowaanis wanta isa duratti gaarii taʼe ni godha.”+
5 Humna keetiin diinota keenya ariinee deebisna;+Maqaa keetiinis warra nu irratti kaʼan irra ni ejjenna.+